Maaliif Du’u?

By Eebbisaa Baayisaa (article posted on his facebook page) Hospitaala beekamaa tokko keessatti ture. Kutaa waldhaanamtoota dhibee tasaati. Dhukkubsatoonni kutaa kana keessatti du’uun amaleeffatamaadha. Maaliif? Namoota balaa tasaa adda addaan miidhamantu dhufu. Balaa konkolaataa, balaa ibiddaa, namaan wal lolanii…baay’eetu dhufu. Hojjetoota hospitaalichaa hundatti gaaffii kan ta’e garuu dhimma tokkotu jira. Read more…

የኢዜማ የመሬት ወረራ ጥናት ተዓማኒነት

[originally published by Reporter Amharic, Ethiopian Weekly Newspaper, 23 September 2020] ኢዜማዎች በቅርቡ የአዲስ አበባ መሬት ወረራን በተመለከተ አደረግን ያሉትን ባለ 13 ገጽ የጥናት ጽሑፍ ይፋ ማድረጋቸው ይታወሳል። ከሁሉ በፊት በጥናት ላይ ለተመሠረተው የውሳኔ ሐሳብም ሆነ ትችት ለማቅረብ ጥረት በማድረጋቸው፣ ኢዜማዎች ምሥጋና ይገባቸዋል። ሊበረታታ የሚገባ ባህል ነው።  እንኳንስ በተቃዋሚ ፓርቲ ደረጃ መንግሥትም ቢሆን በመረጃ ላይ የተመሠረተ ውሳኔ Read more…

Natti Dhaga’ama, Natti Dhaga’ama!

(Yaadannoo Sabboontota Qabsoo Bilisumaa Oromo tiif wareegaman, This poem is adapted from Martyred Poems: I Feel, I Feel – Martyred Soldiers Pain – Poem by Seema Jayaraman) Hirribni dur du’eeImimaan ni gu’ee Yeroo giittii sana,            Tasa yoon gadooduu,          Kufee gangaladhu! Caala natti ulfaatee,             Waarroon gabruma,            Tokkumaan Read more…

ቢያንስ የማርች 8 እለት ወጣት ሴት ድምጿን የማሳማት መብት ሊኖራት ይገባል!

የዛሬ 6 አመት ገደማ፣ አልጃዚራ ስትሪም (Aljazeera Stream) በተባለ ቲቪ ፕሮግራም ላይ፣ ጃዋር መሃመድ ተጋብዞ ውይይት ላይ እያለ፣ አወያይ ጋዜጠኛዋ እንዲህ ብላ ጠየቀችው፡ “ከኢትዮጵያነትህና ከኦሮሞነትህ የቱ ይበልጥልሃል?” ጃዋርም ሳያመነታ እንዲህ ብሎ መለሰ፡ “ኦሮሞነቴ ይበልጥልኛል! (I am Oromo First!)” ቀጠለናም “ኢትዮጵያዊነቴን በሚመለከት ገና ብዙ መስተካከልና መታረም ያለባቸው ጉዳዮች አሉ” የኢትዮጵያን ጉዳይ Read more…

Liqaan Itoophiyaa Saffisaan Tullamee Gaara Guddaa Ta’aa Jira

(First published in English on Dinagddee.com blog as Ethiopia’s Rapidly Inflating Debt Mountain, January 3, 2020) Qaasim Amaanoo (Gullallee Postiif Afaan Oromootii akka hiikeetti) *** Mudde 2019 ALA qofa keessa liqiin Itoophiyaa hanga doolara Ameerikaa Biliyoona 9 tiin dabalee jira. Dhaabbileen liqii garagaraa, dhaabbanii maallaqa Addunyaa (International Monetary Fund, IMF) Read more…