Rakkoolee Wal-qaxxamuran: Waliingahiinsa Barnoota Olaanoo fi Ramaddii Barattootaa Itoophiyaa

Barruuleen kunu dura bloog pejii kana irraatti Afaan Ingliffaatiin Mismatch Troubles: Access to Higher Education vs. Student Placements in Ethiopia jedhamee maxanfamee turee. Kuni akka Qaasim Amaanoo Afaan Oromooti hiikee “Gullallee Post” magaazina jedhuu irratii maxanseetii. ***** Oduun gaddisiisaan Yuunivarsiitota adda addaa irraa dhagahaman baayyisee miira koo kan tuqeedha. Kunis Read more…

የፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ “እኛ እና እነሱ” ንግግር!

የአዲስ አበባ ከተማን 133ኛ ዓመት የምስረታ መታሰቢያ በዓልን ምክንያት በማድረግ ህዳር 19 ቀን 2012 ዓ.ም በተሰናዳው ዝግጅት ላይ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ ንግግር አድርጎ ነበር።  የኦሮሞ ወጣቶችን በመወረፍ ነበር የጀመረው! ምስጋና ብጤም አከለበት፣ “ይህንን ትግል ስላገዙ አለ”! ትግሉን እሱ እየመራው፣ ቄሮ/ቀሬ እያገዙት መሆኑ ነው እንግዴህ! በኦሮሞ ወጣቶች መስዋእትነት ነጻ ወጥቶ ሀገሩ Read more…

Sabni Ati Akkasii Jedhee Yoo Yaadee fi Amanee, Atumtuu Akkasuma Tawun Kee Hin Ooluu

Ganama ar’aa, Taye Dandea fuula facebook isa irrattii waa katabee, Afaan Oromoo tiin!  Katabbii isaa kan calqabee, jecha Dr Abiy Ahmed tokkoonii.  Innis:  “Oromoon kan Itoophiyaa, Itoophiyaanis kan Oromoo” Hordoftootni Taye fi qeeqtotni isa samoona kana wal dhadheessa akka turan naaf gala.  Yaadniin kana gadditti keenuu, sana keesa akka wal Read more…