DHAKAA FI CIRRACHA WALIRRA TUULUU DUWWAAN GUDDINA DINAGDEE HIN FIDUU!

Waggaa shanan tokko fuuldura, barattoota univarsiti eebissuu dhaaf hooggantoonii ODP (enna sana OPDO), bakka addaa addaa ti ergamani turan.  Hundii saanii yoo haasaa godhan, waanuma tokko irratii xiyyeeffatan:  wal ijaaraatii kobil stoonii dhan daandii tolchaa! Kana turee dhaamsi saanii.  Hojjaan haatuffatamu jechuu koo mitii, waan faala waayiin dhaamsa sana keessati Read more…