Liqaan Itoophiyaa Saffisaan Tullamee Gaara Guddaa Ta’aa Jira

(First published in English on Dinagddee.com blog as Ethiopia’s Rapidly Inflating Debt Mountain, January 3, 2020) Qaasim Amaanoo (Gullallee Postiif Afaan Oromootii akka hiikeetti) *** Mudde 2019 ALA qofa keessa liqiin Itoophiyaa hanga doolara Ameerikaa Biliyoona 9 tiin dabalee jira. Dhaabbileen liqii garagaraa, dhaabbanii maallaqa Addunyaa (International Monetary Fund, IMF) Read more…