Maaliif Du’u?

By Eebbisaa Baayisaa (article posted on his facebook page) Hospitaala beekamaa tokko keessatti ture. Kutaa waldhaanamtoota dhibee tasaati. Dhukkubsatoonni kutaa kana keessatti du’uun amaleeffatamaadha. Maaliif? Namoota balaa tasaa adda addaan miidhamantu dhufu. Balaa konkolaataa, balaa ibiddaa, namaan wal lolanii…baay’eetu dhufu. Hojjetoota hospitaalichaa hundatti gaaffii kan ta’e garuu dhimma tokkotu jira. Read more…